| 15124 | The Cyber Hymnal#15125 | 15126 |
| Text: | Ani Kella Banama Beeka |
| Author: | Lydia O. Baxter |
| Translator: | Unknown |
| Tune: | [Ani kella banama beeka kan warqeen ijaaramee] |
| Composer: | Silas J. Vail |
1 Ani kella banama beeka kan warqeen ijaaramee
Isa keessaa ifinni hindhufa nu hundumaaf kan ibsu.
Buufata:
Ya mo’aa ayyaana waaqa inni banamadha anaf
Anaf anaf naf banama dha.
2 Banamaadha hundumaaf dubbi Waaq kan eeganiif
Soreessa fi deegaaf sanyi nama hundumaaf. [Buufata]
3 Eega amma dafiii dhaqii kellaan utuu hin cufamin
Gonfoo ulfina fudhadhu fayyisaan kan siif kennu. [Buufata]
4 Guyya laga du’aa ceene ba’aan keenya hin salphata
Yaaddo keenya ni obbaaffaanna mooti keenyaf faarffanna. [Buufata]
| Text Information | |
|---|---|
| First Line: | Ani kella banama beeka kan warqeen ijaaramee |
| Title: | Ani Kella Banama Beeka |
| English Title: | There is a gate that stands ajar |
| Author: | Lydia O. Baxter |
| Translator: | Unknown |
| Refrain First Line: | Ya mo’aa ayyaana waaqa inni banamadha anaf |
| Language: | Oromo |
| Copyright: | Public Domain |
| Tune Information | |
|---|---|
| Name: | [Ani kella banama beeka kan warqeen ijaaramee] |
| Composer: | Silas J. Vail |
| Key: | C Major |
| Copyright: | Public Domain |